Obbo Nibraas Ahmad jiraataa magaala ciroo yoo ta’an waggaa sadiin dura eebba isaan hin eegnetu qe’ee isaanii seene. Haati warraa isaanii si’a tokkoon ijoollee afur dahan. si’a tokkoon ilmaan afur ...